2020–2021 · Health & Safety
2020–2021 · ጤና እና ደህንነት
2020–2021 · Fayyaa fi Nageenya
Covid-19 and Protective Measures
ማሳሰቢያ ለወላጆች በሙሉ የኮሮናን ሁኔታ አስመልክቶ
Covid-19 fi Tarkaanfiiwwan Ittisa
To ensure your child's safety we have adopted some measures and will continue to implement them until no longer necessary.
- Everyone entering campus will have their temperatures checked at the gate and shoes sanitized.
- Soap and clean water will be provided at all times and teachers will encourage frequent handwashing.
- Classrooms will be sanitized and cleaned daily.
- Toilets will be sanitized after every use.
- Teachers and staff will wear masks on campus.
- We will promote social distancing practices.
Parents' Responsibilities
- Before sending children to school, parents should check for any signs of illness. If a child shows any symptoms he/she should stay at home and self-quarantine. If symptoms get worse please call 8335 or 952 to get help and information.
- Parents should talk to children about social distancing and protective measures they will take in school to protect themselves. These include wearing a mask at all times, frequently washing hands, keeping 6 feet away from others, avoiding touching eyes, nose or mouth, and sneezing using tissue paper.
- Each student should have his/her own learning materials as sharing is forbidden during this time.
- Each student must come wearing a mask.
- Students in Grade 5 and above should bring their own pocket-size sanitizer.
የልጅዎ ደህንነት ይመለከተናል። ለልጅዎ ደህንነት የምንወስዳቸው እርምጃዎች እንደሚከተለው ናቸው፡
- ተማሪዎችን ስንቀበል የሙቀት መለኪያ እንጠቀማለን።
- የፅዳት ዕቃዎች በተሟላ ሁኔታ አገልግሎት ላይ ይውላሉ።
- ፅዱና ንፁህ በሆኑ ክፍሎች ውስጥ እንዲማሩ ይሆናል።
- የመፀዳጃ ቤቶች ሁሌ ተማሪዎች ከተጠቀሙ በኋላ ይፀዳል፤ ሁሌም ፅዱ ሆኖ ይጠብቃቸዋል።
- በግቢው ውስጥ ጥብቅ ማህበራዊ ርቀትን ተግባራዊ እናደርጋለን።
የወላጅ ሀላፊነቶች
- ልጆችን ወደ ትምህርት ቤት ከመላክዎ በፊት የሕመም ምልክቶችን መፈተሽ። ህመም የሚሰማዎ/ት ከሆነ በቤት ውስጥ ማቆየት። ትኩሳት፣ ሳል ወይም የመተንፈስ ችግር ካጋጠምዎት ለይተው በማቆየት በነፃ የስልክ መስመሮች 8335 ወይም 952 ይደውሉ። የባለሙያ ምክር እና እገዛ ያገኛሉ።
- በትምህርት ቤት ውስጥ ስለሚወስዷቸው ጥንቃቄዎች ከልጆች ጋር ማውራት። እነዚህም እጅን በሳሙናና ውሃ በየጊዜው መታጠብ፣ 6 ጨማ ያህል ከሌሎች መራቅ፣ በሶፍት ወይንም ክንድን በመጠቀም ማሳልፍ፣ ዐይን፣ አፍንጫ ወይንም አፍን መንካት ማስወገድ።
- ለእያንዳንዱ ተማሪ የራሱ ደብተር እና የትምህርት መሳሪያዎች ማዘጋጀት። በ Covid-19 ምክንያት ማጋራት አይፈቀድም።
- ለእያንዳንዱ ልጅ የአፍና አፍንጫ መሸፈኛ (ማስክ) መስጠት እና በትክክል እንዴት እንደሚጠቀም ማስተማር። አፍንጫና አፍን መሸፈኑን እና በትክክል መግጠሙን ማረጋገጥ። የአፍና አፍንጫ መሸፈኛ ከማድረግ እና ማውለቅ በፊትና በኋላ እጆችን መታጠብ።
- ከ 5ኛ ክፍል በላይ የሆኑ ተማሪዎች የራሳቸውን ትንሽ የእጅ Sanitizer ይዘው እንዲመጡ እንጠይቃለን።
Nageenya ilma keessanii mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan fudhatanii tursinee hanga barbaachisummaan itti fufu ni hojjennu.
- Namni hundi kaampaasiitti yommuu galu ho'a isaa balbala irratti ni qoramu, kophee isaa ni qulqulleessama.
- Saamunaa fi bishaan qulqulluu yeroo hunda ni kennama; barsiisonni harka yeroo baay'ee dhaquu ni jajjabeessu.
- Kutaa barnootaa guyyaa guyyaan ni qulqulleessama.
- Mana qaamaa barattoonni erga itti fayyadamanii booda ni qulqulleessama.
- Barsiisonni fi hojjettoonni kaampaasi irratti maskii ni uffatu.
- Fageenya hawaasummaa cimsuuf ni hojjennu.
Itti Gaafatamummaa Maatiisaa
- Ijoollee mana barumsaatti erguun dura mallattoo dhukkubsaa qoradhaa. Mallattoo yoo argame mana keessatti qabaa. Yoo hammaate bilbila 8335 yookaan 952 tti bilbilaa.
- Waa'ee fageenya hawaasummaa fi tarkaanfii ittisa mana barumsaatti fudhatamu ijoollee waliin haasofaa. Kunis maskii uffachuu, harka yeroo baay'ee dhaquu, fageenya 6 fiitii eeguu, ija, sana yookaan afaan hin tuquun dha.
- Barataan tokkoon tokkoon isaa meeshaa barnoota ofii isaa qabaachuu qaba; yeroo kana waliin qooduun dhorkaadha.
- Barataan hundi maskii uffachuun dhufuu qaba.
- Barattoonni kutaa 5 fi ol sanitizer pocket-size ofii isaanii fidanii dhufuu qabu.